Masfiin ijoollummaatti gara US deemuun waldhaansa baqaqsanii yaaluu onnee lama argatanii lubbuun oolan, amma ammoo hakiima isaan waldhaane waliin onnee dhukkabsattoota biroo waldhaanu.
Bineensi 'maalummaansaa hin beekamneefi kanaan dura naannichatti mul'atee hin beekne' lubbuu jiraattotaa galaafachaa ...
Garee muuziqaa Poop kan Biriitish keessatti beekamu Spice Girls waliin ta'uun fiilmii Spice World jedhamurratti taatoo ture.
Ministirri Muummee Abiy Ahimad tibba kana Godinaalee Wallaggaa adda addaa keessatti hojiilee misoomaa hojjetaman yoo eebbisan irra deebiin hidhattootaaf waamicha araaraa dhiyeessaniiru. WBO waamichi ...
Mormituun Puutin Aleeksii Naavaalnii summii raachaa hamaa kan Ameerikaa Kibbaa keessatti argamuun ajjeefamuu UK fi michuuwwan ...
Gorsi nagummaa soorataa warra dhihaa ifadha. Innis foon lukkuu hin miiccinaa kan jedhu. Sababnisaas foon lukkuu miiccuun ...
Ministirri muummee UK Kiir Istaarmar, Awurooppaan uummata ishee, duudhaa ishee fi haala jireenyaa ishee tiksuuf jecha qabsoof ...
Pirezidaantiin US Doonaald Tiraamp sanadoonni waa'ee UFfi qaamolee eliyaans jedhamanii ejansiiwwan mootummaa akka gadi lakkisan ajaja kennuuf akka jiru beeksise.
Kun seenaa Fiyoreellaati; seenaa jaalalaa, dhukkuba hin mul'annee, kan haleellaa, akkasumas rakkoo hamaa dabalaa dhufeeti.
Pirezidantiin Turkii Rajiib Xayyib Erdowaan Kibxata, Guraandhala 17, 2026 Itoophiyaa daawwachuu booda ibsa kennaniin biyyi isaanii ''walitti bu'iinsaa fi dhibee Gaanfa Afrikaatti mudatu,'' callistee ...
Kiristii Wiilkiinsan veeloo bareedaa cidhasheef tahu argattee bitte. Shaanxaa diimadii keessas keesse. Cidhi ammoo ...
Loltoonni Ameerikaa gara 100 ta'an loltoota Naayijeeriyaa lola hidhattoota Islaamaafi gareewwan hidhattoota biroo waliin taasisan irratti deeggaruuf gara Naayijeeriyatti bobbaafamaniiru.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results